Mana gurguramu Baalee Roobee

 Mana gurguramu magaalaa Baalee Roobe

👉Kaaremetira 140

👉Kuta Ciisicha tokko

👉Saaloonii tokko

👉Kutaawwan dabalata sadii kichini wajjiin

👉Mana fincaanii alaafii mana kessaan ni qaba.

👉Baalee Roobee mana barumsa Jaamiyaa cinatti argama

👉Gatii miliyooma 3.9

Comments